Wongeela Luqaas 23:5 - WAADAA LAMMATAA5 Isaan ammoo jabeessanii, «Galiila'aa jalqabee haga Yihuudaa maraa keessatti barsiisa'aa gumii booressa» jedhan. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Isaan garuu, «Naminni kun Galiila'aa jala qabee haga asii titti, arddii Yihuda'aa marattuu barsiisa'aa, ummata jeequmssaaf ni kakaasa» jedha'aa, ciminnaan ni himataniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Isaan ammo jabeessanii, «Galiila'aa jalqabee haga Yihuuda'aa maraa keessatti barsiisa'aa gumii booreessa» jedhan. Gade chapit la |