Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Philaaxoosillee, «Ati mootii Yihuudiitii?» jedhee isa gaafate. Innillee deebisee, «Maarre atuu jette» isaan jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Philaaxos'llee, «Ati nugusa worra Yihudotaatii?» jechu'uun, Yesusiin ni gaafateen. Yesus'llee, «Akkuma ati jette» ni jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Philaaxoos, «Ati mootii Yihuudi'iitii?» jedhee isa gaafate. Innillee deebisee, «Maarre atuu jettee» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:3
14 Referans Kwoze  

Rabbi waan maraa lubbu'uun jiraachisu'uuf, Yesuus Kiristoosii Philaaxoosii Pheenxenicha afo'otti amanamummaa mishaa rage afo'otti si ajaja.


Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.


Isaan martinuu, eegasuu, «Ati Ilma Rabbii tii?» jedhaniin. Innillee, «Akka ani isa ta'e isinuu jedha'aattan» jedhe.


Philaaxoosillee, «Ati Mootii Yihuudi'iitii?» jedhee gaafate. «Maarre atuu jette» jedhee deebise.


Itti dhiyaatanii, Mootii Yihuudi'ii nageenni siif haata'uu jedha'aa, dhabanaasaniin.


«Kun Mootii Yihuudotaati» jechi jedhu tokko afaan Giriikii, Roomaayisxii fi ibiraayisxiin barreeffamni barreeffame mataa isaa gubbaa jira.


Inni Kiristoosii mootii Israa'elii yoo ta'e, Fannoo irraa uf haa buusuu. Achiin maayii nullee arginee isatti amannaa!» jedha'aa, jarri lamaan Yesuusiin woliin fannifamanillee isa arrabsan.


Achiin maayessa isaan, «Mootii Yihuudi'ii nageenni siif haata'u» jedha'aa harka itti kaasuu jalqaban.


Yesuusillee bulchaa afoo dhaabate; bulchaanillee, «Ati mootii Yihuudotaatii?» jedhee isa gaafate. Yesuus, «Maarre atuu jette» jedheen.


Kanaaf Philaaxoos gara diidaa gara isaanii bayee, nama kana waan maali'iitiif himattan isaaniin jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite