Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:2 - WAADAA LAMMATAA

2 «Kun gumii keenna dogoggorsa'aa, Qeesaarii fi mootii worra Rooma'aatii gibira akka hin kaffallee yoo dhooggu, ammo Ani Kiristoosii mooti'i uduu jedhu argine» jedhanii himachuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 akkana'llee jedha'aa himachu'uunii jala ni qaban, «Naminni kun ummata keenna yoo dogoggorssu ni arganneen, nugusa Rooma'aatiif gibirri akka hin kafalamnne ni dhoogga, akkuma kana'llee, ‹ani nugusa Masihicha› » jedha'aa, ni dubbata,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 «Kun gumii keenna dogoggorsa'aa, Qeesaarii fi mootii worra Rooma'aatii gibira akka hin kaffallee yoo dhooggu, akkasuma Ani Kiristoosii mooti'i yoo jedhu dhageenne» jedhanii himachuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:2
33 Referans Kwoze  

Asiin maayessa Philaaxoos hiiku'uunii fedhe, haata'uu ammoo Yihuudonni, «Kana yoo hiitte, ati jaalalloo Qeesaariitii miti. Ka mootii uf taasisu maruu, faalleessaa Qeesaariiti» jedha'aa wocan.


Isin, «Namichi kun gumii dogoggorsa jettanii nama kana gara kiyya fiddan, kunoo afoo keessanitti qoradhee waan isin isa himattaniif yakka tokkollee nama kana irratti hin argine.


Namni kun akka dhibe'ee ta'ee Yihuudota adunyaa irra jiran maraa booressa'aa, worra barumsa sobaa barsiisaniif gosa worra filatameetiif masakkaa ta'ee waan argineef.


Isaanillee deebisanii, «Kun uduu ka hamaa hin hojjanne ta'ee, silaa sitti dabarsinee hin kenninu» jedhaniin.


Yesuusillee deebisee, «Ka mooti'ii mooti'iif, ka Rabbii Rabbiif kennaa'a!» jedhe; isaan isa baaseffatan.


Isaan deebisanii, «Ka mootii mootota biyya Rooma'aa ti» jedhaniin. Achiin maayessa inni, «Kanaaf, waan mootii moototaa mootii moototaatiif, waan Rabbii Rabbiif kennaa'a» isaaniin jedhe.


Ammallee waan na himataniif sitti himuu hin danda'an.


Isaan ammoo jabeessanii, «Galiila'aa jalqabee haga Yihuudaa maraa keessatti barsiisa'aa gumii booressa» jedhan.


Haata'uu ammo akka isaanitti gufuu hin taane, gara galaanaa deemiitii siiboo gara galaanaa darbi qurxummii dura qabde afaan isi'ii hennaa bante birrii keessatti argitaa, birrii san fuudhii Naa fi ufiillee kaffali!» jedheen.


Yesuusillee bulchaa afoo dhaabate; bulchaanillee, «Ati mootii Yihuudotaatii?» jedhee isa gaafate. Yesuus, «Maarre atuu jette» jedheen.


Philaaxoosillee, «Ati Mootii Yihuudi'iitii?» jedhee gaafate. «Maarre atuu jette» jedhee deebise.


Kanaaf Philaaxoos gara diidaa gara isaanii bayee, nama kana waan maali'iitiif himattan isaaniin jedheen.


Maraafuu waan isaaniif barbaachisu isaanii kenna, ka gibirri maleef gibira, ka qarandhi maleef qaraxa, ka sodaatamuu barbaachisu sodaa'a, ka ulfinni maleef ulfinna kennaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite