Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Heroodisii fi Philaaxoos gaafas jaalalloo ta'an. Duraan edduu isaanii lolatu ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Guyyaa sanitti Heerodisii fi Philaaxos waahellan ni ta'an, san duratti garuu worra wol dhaba qaban turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Heroodisii fi Philaaxoos gaafas jaalalloo ta'an. Duraan edduu isaanii lolatu ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:12
5 Referans Kwoze  

Ilma kee woyyuu dibame Yesuusiin irratti Heroodisii fi Pheenxeenichi Philaaxoos banii Yihuudota hin taanee fi Isiraa'eliin woliin,


Worri Fariisotaa fi worri Saduqootaa gara Yesuusii dhufanii, samii irraa malkata akka isaanitti mudhisu Isa kadhatan.


Yesuusiin hidhanii gara bulchaa Philaaxoos Pheenxanichaatitti dabarsanii kennan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite