Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 23:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Heroodisillee loltoota ufii woliin tuffatee itti balde. Uffata qandhafaa itti uwwisee, deebisee gara Philaaxoosii erge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Heerodis'llee lolttoota isaa woliin ta'ee tuffi'iin itti ni baldde, uffata faaya itti uffisee'llee deebisee gara Philaaxosii ni ergeen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Heroodisillee loltoota ufii woliin tuffatee isatti balde. Uffata qandhafaa itti uwwisee, deebisee gara Philaaxoosii erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 23:11
16 Referans Kwoze  

Yesuusillee Korbooboo qoree matatti godhatee uffata diimaa uffatee gara diidaa baye, Philaaxoosillee, «Namichi! Kunooti!» isaaniin jedhe.


Yesuus akkana jedhee deebiseef, «Waan maraa midhaassu'uuf dhugamaan Eeliyaas firrisee dhufa; haata'uu ammoo Ilmi Namaa akka guddisee rakkatuu fi jibbamu maaf barreeffame ree?


Bara san bulchaan kutaa arfaffa'aa Heroodis seenaa Yesuusii dhagayee,


Heroodis sababaa Heroodiyaadaa haadha manaa obboleessa ufii ta Filiphoosiitiif jedhee, Yohaannisiin qabsiisee mana hidha'aatitti hiisisee ture.


Haata'uu ammoo guyyaa ayyaana dhaloota Heroodiisii mucattiin Heroodiyaada'aa isaan jiddu'utti sirbiteeti, Heroodiisiin guddiftee gammachiifte.


Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee jabeessanii isa himachu'uuf achi dhaabatanii turan.


Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, walgayii keessan yoo seeneef, hiyyeessi uffata xurii uffate ammoo yoo seene,


Ka uffata bareedaa uffate laaltanii, «Ati hulee mishaa kana taa'i» yoo jettaniin, hiyyeessa uffata xuri'ii saniin ammoo, «Ati achi dhaabadhu yookiin luka kiyya jala taa'i» yoo jettaniin,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite