Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 22:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Isaanillee, «Eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Isaan'llee, «Irbaata Faasika'aa eessatti akka qopheessinuuf barbaadda?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Isaan, «Eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 22:9
3 Referans Kwoze  

Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Hurbaata Ayyaana Faasiika'aa akka nyaannu deema'aatii qopheessaa'a!» jedhee isaan erge.


Innillee akkana jedheen gara qacha'aa hennaa seentan nama ottee bisaanii baadhate tokkotti dhuftan, gara mana isaa faana deemaa'a.


Innillee akkana jedhee mammaakaan isaanitti himuu jalqabe, «Namichi tokko biqiltuu woyini'ii dhaabee, dhaga'aan dallawa itti dallayee, boolla woyinii itti cuunfan qotee, siree irra taa'anii eegan ijaaree, qonnaan bultootatti kireessee gara biyya fago'oo deeme.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite