Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 22:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Hurbaata Ayyaana Faasiika'aa akka nyaannu deema'aatii qopheessaa'a!» jedhee isaan erge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Yesus, «Irbaata Faasika'aa akka nyaannuuf deema'aatii, nuuf qopheessaa!» jechu'uun, Phexirosii fi Yohaannisiin ni erge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Hurbaata Ayyaana Faasiika'aa akka nyaannu deema'aatii qopheessaa'a!» jedhee isaan erge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 22:8
12 Referans Kwoze  

Ergamoonni Yerusaalem jiran namoonni Samaariya'aa dubbii Rabbii akka fudhatan dhagayanii Pheexroosii fi Yohaannisiin isaanii ergan.


Pheexroosii fi Yohaannis ammoo deebisanii, «Rabbiin dhagayuu caalaa isin dhagayuun barbaachisaa akka ta'e isinumti murteesaa'a.


Pheexroosii fi Yohaannis addaataa akka dubbatan haga argan, namoota Kitaaba hin beenneef hin baranne ta'uu isaanii hubatanii Yesuusiin woliin akka turan beekanii maalalfatan.


Uduu inni Pheexroosii fi Yohaannisiin qabateeru, baniin maruu maalalfata'aa, «Hulee balbala Salamoon keessa deddeebi'u» jedhamtutti ka gara isaanii figan argee,


Pheexroosii fi Yohaannisillee hennaa faate'ee sa'aatii sagalitti gara mana woyyu'uu dhaqan.


Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan.


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


Isaanillee, «Eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhaniin.


Innillee Pheexroosii fi Yohaannisiin akka waa kennaniifiif gara mana woyyuu uduu seena'aaran argee, akka waa isaa kennaniif isaan kadhate.


Worri bulchoota ijoo fakkaatanii mudhatan, Yaaqoob, Keefa'aa fi Yohaannisillee Rabbi akka kennaa badhaadhummaa naa kenne hubbatanii nu gara worra Yihuudii hin taanee, isaan ammoo gara worra Yihuodotaa akka dhaqan, anaa fi Barnaabaasiin woliin wolii galan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite