Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 22:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Isaanillee gammadanii birrii isaa kennu'uuf wolii galan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Isan'llee dhimmichaan gammadanii, qarshii isaa kennu'uuf wolii ni galan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Isaan gammadanii birrii isaa kennu'uuf wolii galan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 22:5
11 Referans Kwoze  

Waan karaa Qaayiniitiin deemanii waanuma inni godhe waan godhaniif, waan minda'aatiif jedhanii dogoggora Bala'aamii keessa seenanii akka finqila qore'eetiin waan badaniif isaan Aanne'e!


Karaa qajeelaa dhiisanii dogoggoran. Karaa Bala'aamii ilma Baasooriitiin deeman, inni mindaa hammeennaa jaalate.


Barsiisonni dharaa kunniin dharraa birri'iitii ufumaa mammaaka dubbata'aati isin irraa nyaatan; murtiin isaanii duri irraa jalqabee hin turu; badiin isaaniillee hin mugu.


Pheexroos ammoo akkana jedheen; «Kennaa Rabbii birri'iin argatuu waan yaaddeef birriin kee si woliin haa badu.


Namichi kun gatii hujii hammeennaan hojjatee argateen lafa bite, kalachaanillee kufee wodhakka'atti baqaqee, madhumaan garaa isaa martinuu hin jige.


Innillee akkamitti akka isa dabarsee kennu bulchoota gadootaatii fi worra mana woyyu'uu woliin mari'ate.


Innillee maarre jedhe; bakka baniin hin jirretti dabarsee isaanitti kennu'uuf hennaa isaa tolu soqa'aa ture.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite