Wongeela Luqaas 22:4 - WAADAA LAMMATAA4 Innillee akkamitti akka isa dabarsee kennu bulchoota gadootaatii fi worra mana woyyu'uu woliin mari'ate. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Kanaaf Yihudaan gara itti qeesotaatii fi gara ajajoota wordiyyaa Mana Waaqeffanna'aa dhaqee, Yesusiin attamitti dabarssee akka isaanii itti kennu, isaan woliin ni dubbate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Inni attamitti akka isa dabarsee kennu bulchoota gadootaatii fi worra mana woyyu'uu woliin mari'ate. Gade chapit la |