Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 22:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Seexannillee darasoota kudha lamaa keessaa Yihuudaa nama biyya Asqorotu'uu jedhamutti gale.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yeroo sanitti barattoota isaa kudha lamaan keessaa tokko ka ta'e, Yihudaa nama biyya Asiqortu'uu titti Sheexanni ni gale.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Seexanni darasoota kudha lamaa keessaa Yihuudaa nama biyya Keriyooti jedhamutti gale.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 22:3
16 Referans Kwoze  

Uduu hurbaataa nyaata'aaran daabiloos onnee Yihuudaa ilma Simoon ka biyya Asqorootu'uu akka inni dabarsee isa kennu haga hubateen maayii,


«Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf.


Pheexroosillee, «Hannaaniyaa kiyya! Ayyaana Woyyuu sobdee waan lafa itti gurgurte keessaa akka hambifatu seexanni maaf garaa kee keessa guute?


Haata'uu ammoo dabarsee ka na kennu kunoo harki isaa na woliin hurbaata irra jira.


Inni kana wonti dubbateef, waan hattuu ta'eef malee hiyyeeyyi'ii yaadeetii miti, ka korojoo birrii keessa kaayan qabatu isa waan ta'eef, birrii korojoo keessa kaayan fudhata'aa ture.


Yihuudaa ilma Yaaqoobiitii fi Yihuudaa nama biyya Asqorotu ka Yesuusiin dabarsee kenne fa'a.


Yesuus deebisee, «Ka ana woliin harka ufii qorii keessa kaayutu dabarsee na kenna» jedhe.


Hennaa san Yesuus, «Ati seexana, narraa fagaadhu! kitaaba Woyyuu keessatti, ‹Waaqa Gooftaa keetii sagadi, isuma callaa kaddaami› jedhamee barreeffameera» jedheen.


Simoonii hinaafticha, Yihuudaa nama biyya keriyoot ka Yesuusiin dabarsee kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite