Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 22:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Innillee mana mana irraa gamoo keessatti galma afame badhaa isinitti mudhisaa, achitti nuu qopheessaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Inni'llee mana wol irroo gubba'aa ka bashannanaa ka jiruu fi afamee ka qophaaye galmma baldhaa isinitti ni muldhisa, achitti qopheessaa.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Inni mana mana gubba'aa gamoo keessatti galma afame badhaa isinitti mudhisaa achitti nuu qopheessaa'a!»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 22:12
7 Referans Kwoze  

Hennaa seenan gara mana mana gubba'aa ol bayan. Pheexroos, Yohaannis, Yaaqoob, Indiriyaas, Filiphoos, Tomaas, Bertelomeewoos, Maatewoos, ilmi Ilfiyoosii Yaaqoob, ka hinaafaa jedhamu Simoonii fi Yihuudaa ilma Yaaqoobii fa'a.


Bakka wolgeennee turretti mana mana gubba'aa yookaan gamoo keessa ifa gudda'atu ture.


Sadaffa'aaf, «Ilma Yoona'aa Simoon, na jaalattaa?» jedheen. Sadaffaa na jaalattaa? jennaniin Pheexroos gaddee, «Gooftaa kiyya! Ati waa maraa beetta; akka si jaaladhullee atuu hin beetta» jedheen. Yesuusillee, «Hoolota tiyya bobbaasi»


Abbaa mana saniitiin, ‹Barsiisaan darasoota ufii woliin manni keessumma'aa ka hurbaata Ayyaana Faasika'aa itti nyaadhu eessa? siin jedha› jedha'aanii.


Isaanillee dhaqanii akkuma inni jedhe arganiiti hurbaata Ayyaana Faasika'aa qopheessan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite