Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 22:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Innillee akkana jedheen gara qacha'aa hennaa seentan nama ottee bisaanii baadhate tokkotti dhuftan, gara mana isaa faana deemaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Inni'llee akkana isaaniin jedhe, «Gara magaala'aa yoo aseentan kunoo, waabaa bishaanii namicha baadhate ni argattan, isa horddofa'aatii gara mana inni itti galuu dhaqaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Innillee akkana isaaniin jedhe, «Gara qacha'aa hennaa seentan nama ottee bisaanii baadhate tokkotti dhuftan; gara mana isaa faana deemaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 22:10
8 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo yoo hennaan gaye, akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.


Wonti nama batteessu waan afaan namaa keessaa bayu malee, waan gara afaan namaa seenuu miti» isaaniin jedhe.


Isaanillee, «Eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhaniin.


Abbaa mana saniitiin, ‹Barsiisaan darasoota ufii woliin manni keessumma'aa ka hurbaata Ayyaana Faasika'aa itti nyaadhu eessa? siin jedha› jedha'aanii.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite