Wongeela Luqaas 21:9 - WAADAA LAMMATAA9 Lolaa fi wonta nama naasisu hennaa dhageettani, hin nayinaa'a. Wonti akkasii sun duraan dursee waan ta'uuf. Haata'uu ammoo dhumti baraa yoma san hin ta'u.» Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Waayee woraanaatii fi waayee jeequmssaa yeroo dhageettanitti'llee hin nayinaa, durssee kun ta'uun isaa ni mala, haa ta'u malee muummeen, bakkumatti hin ta'u.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Lolaa fi wonta nama naasisu hennaa dhageettan hin nayinaa'a. Wonti akkasii sun duraan dursee waan ta'uuf. Haa ta'uu ammo dhumti baraa yoma san hin ta'u.» Gade chapit la |