Wongeela Luqaas 21:7 - WAADAA LAMMATAA7 Isaanillee, «Barsiisaa'a, eegasuu wonti kun yoom ta'a? Kunillee ta'uuf malkanni maali?» Jedhanii isa gaafatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Isaan'llee, «Yaa barsiisaa! Kun ka ta'u yoom? Kun yeroon itti ta'u dhiyaachuu isaa malkanni ittiin beekinnu maali'i?» jechu'uun, ni gaafataniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Isaanillee, «Barsiisaa'a! eegasuu wonti kun yoom ta'a? Kunillee ta'u'uuf malkanni maali'i?» Jedhanii isa gaafatan. Gade chapit la |