Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 21:6 - WAADAA LAMMATAA

6 «Dhagaan isin argitan kun maruu dhagaan tokko dhagaa tokko irratti uduu hin hafin barri jigu hin dhufa» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Yesus garuu, «Kun ka argitan marrinuu dhagaan dhagaa irratti tuulamee yeroon itti hin hafinne ni dhufa, dhagaayyiin kunniin marrinuu guyyaa tokko, ni diigaman.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 «Dhagaan isin argitan kun maruu dhagaan tokko dhagaa tokko irratti uduu hin hafin barri jigu hin dhufa» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 21:6
20 Referans Kwoze  

Yesuusillee deebisee, «Ati ijaarsa gugurdaa kana argitaa? kunniin martinuu hin diiggama; tokkochi isaaniillee wol irratti hin hafan» jedheen.


Achiin maayessa inni, «Isin waan kana maraa hin argitanii mii? isaaniin jedhe, Ani dhugaa isinitti hima, dhakaan tokkochi wol irratti hin hafu; martinuu hin diiggama» isaaniin jedhe.


Isaanillee, «Barsiisaa'a, eegasuu wonti kun yoom ta'a? Kunillee ta'uuf malkanni maali?» Jedhanii isa gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite