Wongeela Luqaas 21:3 - WAADAA LAMMATAA3 «Ani dhugamaan isiniin jedha. Dubartiin hiyyeettiin tun ka maraa caalu kennite. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Akkana'llee ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, haati hiyyeessaa hiyyeettiin tun, maraa caalchifittee kennitee jirtti. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 «Ani dhugamaan isiniin jedha; dubartiin hiyyeettiin tun ka maraa caalu kennite. Gade chapit la |