Wongeela Luqaas 21:21 - WAADAA LAMMATAA21 Hennaa san worri Yihuudaa jiru gara gaaraa haa dheessanii; worri qachaa keessa jiru isii keessaa haa bayanii. Worri baadiyaa jiranillee isii keessa akka hin seenne. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 yeroo sanitti worri biyya Yihuda'aa jiran gara gaarotaa haa dheessan, magaalaa keessa worri jiran'llee achii haa bayan, magaala'aan ala worri jiran'llee gara magaalatti'ii titti, hin aseeniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Hennaa san worri Yihuudaa jiru gara gaaraa haa dheessanii; worri qachaa keessa jiru isii keessaa haa bayanii. Worri baadiyyaa jiranillee isii keessa akka hin seenne. Gade chapit la |