Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 21:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Haawwoti'ii fi abbootiin, obboleeyyan, firoonniinii fi jaalalloon dabarsanii isin kennan. Isin keessaa gari garii hin ajjeesan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Maatii keessan fi obboleeyyan keessan, firoonni keessan fi waaheloonni keessan uduu hin hafin dabarsanii isin ni kennan, isin keessaa'llee tokko tokko ni ajjeefaman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Haawwoti'ii fi abbootiin, obboleeyyan, firoonniinii fi jaalalloon dabarsanii isin kennan. Isin keessaa garii hin ajjeesan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 21:16
14 Referans Kwoze  

Abbaan ilma ufii irratti, ilmi abbaa ufii irratti, haati intala ufii irratti, intalti haadha ufii irratti, soddaatiin intala ilmaa irratti, intalti ilmaallee soddaatii irratti ka'anii gargar bayan» jedhe.


Hennaa chaappaa shanaffa'aa hiike, mi'a kennaa irratti dhiyeessan jalatti lubbuu worra dubbii Rabbii eeganii raganiif qalamanii arge.


Isaan, dhiiga hoola'aatii fi sababaa dubbii ragaa isaaniitiin mooyataniin; isaan lubbuu isaanii haga du'aa ufirraa bayan.


«Hulee teessoon mootummaan seexanaa jiru akka jirtu ani hin beeka. Maqaa kiyyaallee hin eedda bara Antiphaas amanamaan ragaa kiyyaa isin biratti ajjeefame ati amantaa narraa qabdu hin waakkanne.


Obboleessa Yohaannisii Yaaqoobiin guraade'een ajjeese.


Hennaa isaan Isxifaanosiin dhaga'aan tuman, inni Gooftaa kiyya lubbuu tiyya fudhadhu jedhee kadhate.


Obboleessi obboleessa, Abbaanillee ilma ufii du'aaf dabarsee kenna. Ijoolleen worra ufiititti ka'anii ajjeesan.


Obboleessi obboleessa ufii, abbaanillee ilma ufii dabarsee du'aaf kenna. Ijoolleen worra ufii irratti hin ka'an, hin ajjeesanille'e.


Waan diintonni keessan maruu isiniin mormu'uuf falmuu hin dandeenne afaanii fi ogummaa isinii kenna.


Bakka marattu maqaa kiyyaaf worra jibbamu taatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite