Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 21:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Kana maraan duratti isin qaban, isin ari'an, waan kiyyaaf gara mana sagada Yihuudotaatii fi gara mana hidha'aatitti isin dabarsan afoo moototaatii fi bulchootaa isin fidan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Garuu kun marrinuu ta'u'uun duratti namoonni isin ni qaban, isin ni ari'an, gara bakka woligayi'iitii fi gara mana hidhaa'llee dabarsanii isin ni kennan, waayee maqaa kiyyaatiif'llee gara nugusotaatii fi gara bulchitootaa isin ni geessan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Kana maraan duratti isin qaban; isin ari'an; waan kiyyaaf gara mana sagada Yihuudotaatii fi gara mana hidha'aatitti dabarsanii afoo moototaatii fi bulchootaa isin fidan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 21:12
31 Referans Kwoze  

Goofta'aaf jedha'aatii worra baallii qabu maraafuu ajajamaa'a; mooti'iillee yoo ta'e baallii guddaa waan qabuuf,


Gaafa lamu'uu sababaa Yihuudonni himataniif maal akka ta'e dhugaa beekuu barbaadee hiikeenii bulchoota gadootaatii fi gumiin maruu akka wol gayan ajajee, Phaawuloosiin gad buusee afoo isaanii dhaabsise.


Uduu inni hulee kufe jiru, laagaa, «Saa'ool Saa'ool, maaf na ariitaa?» jedhu dhagaye.


Saa'ol ammoo woldaa Kiristaanaa diiga'aa ture. Mana maraa seena'aa dhiiraa fi dubartootallee harkisa'aa gara mana hidha'aatitti dabarsa'aa isaan kenna'aa ture.


Isaan gorsa isaa dhagayanii ergamootallee ufitti waamanii isaan tuman, maqaa Yesuusiitiinillee akka hin dubbanne seeranii gad isaan dhiisan.


Garbichi Gooftaa hin caalu jedhee dubbii isinitti hime qaabadhaa'a, yoo na ari'anii jiraatan, isinillee akkasuma hin ari'an; dubbii kiyya yoo eeganii jiraatan, dubbii keessanillee akkasuma eegan.


Worri hafan ammoo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.


Rakkinna sirra gayu'uuf ta'u hin sodaatin. Daabiloos isin qoru'uuf jedhee isin keessaa namoota gari garii mana hidha'aatitti isin galchu'uuf ta'a. Guyyaa kudhaniif hin rakkattan ati ammoo haga du'aatitti amanamaa ta'i. Badhaasa jireennaallee sii kennaa.


Kun maruu ammo ciniinsuu duraati.


Raafamni lafaa guddaaniif, beelli, dhibeen hulee adda addaatitti hin ta'a. Wonti nama sodaachisu malkanni guddaanillee samii irraa hin mudhata.


Haata'uu ammoo isaan ka na erge waan hin beenneef, kana maraa maqaa kiyyaaf jedhanii isin irratti godhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite