Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 21:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Raafamni lafaa guddaaniif, beelli, dhibeen hulee adda addaatitti hin ta'a. Wonti nama sodaachisu malkanni guddaanillee samii irraa hin mudhata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Bakka maratti'llee sochiin cimaan arddi'ii, beelaa fi weerarissi dhibe'ee ni ta'a. Wonittoonni sodaachisaanii fi malkattoonni ol aanaan, sami'itti ni muldhatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Raafamni lafaa guddaanii fi beelli, dhibeen hulee adda addaatitti hin ta'a. Wonti nama sodaachisu malkanni guddaanillee samii irraa hin mudhata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 21:11
8 Referans Kwoze  

Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a;, beellinii fi sochiin lafaa hulee adda addaatitti hin ta'a.


Hennaa san akkana isaaniin jedhe. «Gosti gosa irratti; mootummaan mootumma irratti hin ka'a.


Kana maraan duratti isin qaban, isin ari'an, waan kiyyaaf gara mana sagada Yihuudotaatii fi gara mana hidha'aatitti isin dabarsan afoo moototaatii fi bulchootaa isin fidan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite