Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 21:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Hennaa san akkana isaaniin jedhe. «Gosti gosa irratti; mootummaan mootumma irratti hin ka'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, Ummanni ummata irratti, mootummaan mootummaa irratti ni ka'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hennaa san akkana isaaniin jedhe. «Baniin banii irratti; mootummaan mootummaa irratti hin ka'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 21:10
12 Referans Kwoze  

Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a; bakka adda addaatitti sochiin lafaallee hin ta'a, beellillee hin dhufa. Haata'uu ammoo kun ciniinsuu duraati.


Haata'uu ammoo jechi, «Hennaa tokko deebi'ee» jedhu worri hin raaffamne jabaatanii akka jiraatan wonti sochoosu yookiin wonti uumame akka badu mudhisa.


Isaan keessaa namichi Agaabos jedhamu tokko ka'eeti adunyaa maraa irratti beelli akka dhufu Ayyaana Woyyu'uun isaanitti hime; wonti kunillee bara Qelaawudeewoos Qeesarichaa ta'e.


Lolaa fi wonta nama naasisu hennaa dhageettani, hin nayinaa'a. Wonti akkasii sun duraan dursee waan ta'uuf. Haata'uu ammoo dhumti baraa yoma san hin ta'u.»


Raafamni lafaa guddaaniif, beelli, dhibeen hulee adda addaatitti hin ta'a. Wonti nama sodaachisu malkanni guddaanillee samii irraa hin mudhata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite