Wongeela Luqaas 20:9 - WAADAA LAMMATAA9 Innillee mammaaka kana banitti himuu jalqabe. «Namichi tokko ashaakiltii woyini'ii dhaabee qonnaan bultootaaf bara hedduuf kiraa kenne gara biyya biraa deeme. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Itti aansee'llee Yesus fakkeenna kana ummatatti himuu jala ni qabe, «Naminni tokko biqilttuu woyinni'ii ni dhaabe, qotee bulttootaaf'llee kireesseeti gara biyya bira'aa ni deeme, uduu hin deebi'in'llee yeroo baayi'eef ni ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Inni mammaaka kana bani'itti himuu jalqabe. «Namichi tokko ashaakiltii woyini'ii dhaabee qonnaan bultootatti bara hedduuf kiraa kenne gara biyya biraa deeme. Gade chapit la |