Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 20:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Isaanillee akkana jedhanii mari'atan, ‹Rabbiin irra› yoo jenne, ‹Maaf itti hin amanne?› nuun jedha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Isan'llee akkana jechu'uun ufii isaaniitii woliin ni haasayan, «Waaqa irraayyi yoo jennee, ‹eegaa maali'iif itti amanuu diddan ree?› nuun ni jedha,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Isaanillee akkana jedhanii mari'atan, ‹Rabbiin irra› yoo jenne, ‹Maaf itti hin amanne ree?› nuun jedha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 20:5
11 Referans Kwoze  

Uduu Yohaannis tajaajila isaa raawwatu, «Ani eennuun akka ta'e na hubattanii? Ani isaa miti. Haata'uu ammoo ka miseensa kophee luka isaa hiikuun naaf hin malle anaan maayii hin dhufa jedhe.


Namni Ilma isaatitti amane jireenna bara baraa qaba. Namni ilma isaatitti hin amanne dheekkamsi Rabbii waan isa irra jiruuf jireenna hin argatu» jedhe.


Isaanillee gara Yohaannisii dhufanii, «Barsiisaa'a, namichi Yoordaanosiin gamatti si woliin jiru, ka ati waan isaa ragaa baateef sun cuupha'aa waan jiruuf, namni maruu gara isaa dhaqa'aara!» jedhanii itti himan.


Anillee isa argeera; akka inni Ilma Rabbii ta'e rageera.»


‹Inni na maayessaan dhufu, anaan dura ture, na caalaa kabajjama'a› jedhee ka ani waan isaa isinitti hime sun kana.


Isaan, «Waan nu dhalee hin qabneef akkana jedha» woliin jedhan.


Cuuphaan Yohaannis cuuphe Rabbiin irraa dhufe moo, yookiin nama irraa dhufe?» isaaniin jedhe. Isaanillee wol mormanii, « ‹Rabbiin irraa dhufe› yoo jenne, inni, ‹Isin maaf isa hin amanne ree?› nuun jedha;


Isinillee natti himaa'a!, cuuphaan Yohaannisii Rabbiin irraa mo'o nama irra?» isaaniin jedhe.


‹Nama irra› yoo jenne ammoo, gumiin dhaka'aan nu tuman. Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite