Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 20:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Misha'a, «Anillee ammoo waan tokko isin gaafadha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Ani'llee gaafii tokko isin ni gaafadha, jedhaa mee naaf deebisaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Misha'a, anillee ammo waan tokko isin gaafadha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 20:3
5 Referans Kwoze  

Nama maraafuu attamitti deebii deebisuu akka beettan, dubbiin keessan hennaa maraa badhaadhaan ka guuttame, gurra namaatitti ka toluuf akka sooqiddaa mi'aayaa haata'u.


Yoo isin gaafadhellee naa hin deebiftan, na hiitanille'e.


Mee, «Ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookiin baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan.


Isinillee natti himaa'a!, cuuphaan Yohaannisii Rabbiin irraa mo'o nama irra?» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite