Wongeela Luqaas 20:2 - WAADAA LAMMATAA2 Mee, «Ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookiin baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Isaan'llee, «Jedhi mee nutti himi, wonittoota kanniin ka raawwattu angoo maali'iitiin? Yookiin kanniin akka raawwatuuf angoo ka siif kenne eennu?» jechu'uun, ni gaafataniin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 «Mee ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookaan baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan. Gade chapit la |