Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 20:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Inni ammallee deebi'ee hojjataa biraa erge, isaan isallee harka qullaa ari'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Akkuma kanaan tajaajilaa bira'aa'llee yoo ergu isaa'llee ni dhaananiin, salphisaniinii'llee harka duwwaa ni deebisaniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Inni ammallee deebi'ee hojjataa biraa erge; isaan isallee harka qullaa ari'an.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 20:11
8 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo akkuma beettan Filiphisiyuusitti dura rakkinna nu irra gayeen xaarii dadhabbii hedduun Oduu Nagayaa isinitti himuu Waaqa keennaan uggine.


Raattota keessaa namni abbootiin keessan itti ka'anii hin ariine eennu? worra dhufa woyyichaa firrisanii dubbatan ajjeesaniiru. Worri karaa Maleekkotaatiin seera fudhatanii fayyadamuu hin eenne. Isinillee amma dabarsitanii isa kennitan hin ajjeeftaniinillee.»


Abbaan muka woyini'ii ammallee hojjataa biraa gara isaanii erge; isaan ammallee mataa isaa baqassanii salphisanii ari'an.


Innillee hennaan woyiniin gayu geennaan akka qonnaan bultoonni woyinii isaa fidaniifiif hojjataa tokko gara isaanii erge. Isaan ammoo hojjataa san tumanii harka qullaa ufirra deebisan.


Deebi'ee saddaffaa erge. Isaanillee kana madeessanii diidatti gad darban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite