Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 20:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Guyyaa tokko Yesuus gumii mana woyyuu keessatti barsiisa'aa, Oduu Nagayaa uduu lallabu bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee manguddoota woliin gara isaa dhufanii,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Guyyaa tokko Yesus Mana Waaqeffanna'aa titti argamee, ummata ni barsiisaa fi wongeela'llee ni lallaba yeroo turetti, itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa, jaarsotiin'llee gara isaa ni dhufan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Guyyaa tokko Yesuus gumii mana woyyuu keessatti barsiisa'aa, Dubbii Nagayaa uduu lallabu bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee manguddoota woliin gara isaa dhufanii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 20:1
10 Referans Kwoze  

Banii, manguddootaa fi barsiisota Seera Muuse'ee aarsaniiti itti dhiyaatanii isa qabanii gara gumi'ii fidanii,


Pheexroosii fi Yohaannis banii waan barsiisaniif, du'aa ka'iitiin worra du'anii karaa Yesuusiitiin jedhanii waan lallabaniif bulchoonni gadootaa, dura bu'oonni mana woyyu'uutii fi Saduqoonni aaranii isaan qaban. Hennaan sun waan dhiyeeruuf haga lafti bari'uuf isaan hidhan.


Yesuusillee deebisee, «Ani namoota afo'otti addaataa Adunyatti dubbadheera. Mana sagada Yihuudonni maruu itti wolgayanitti Mana Woyyuu keessatti, Ani hennaa maraa barsiiseera; dhossa'atti womaa hin dubbanne.


Achiin maayessa waan jeennata Rabbii lallaba'aa oduu gammachu'uu waan jeennata Rabbii hima'aa gandootaa fi qachaa keessa lufa'aa ture.


Hennaa san Yesuus gumi'iin akkana jedhe, «Akka nama shiftaa qabu'uuf bokku'uu fi guraadee qabattanii na qabu'uuf dhuftanii? Hennaa ani guyyaa guyya'aan mana woyyuu keessa isin woliin taa'ee barsiisu, na hin qabne isaaniin jedhe.


Mee, «Ati baallii maali'iitiin kana akka gootu yookiin baallii kana eentu akka sii kenne nutti himi!» Jedhanii isa gaafatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite