Wongeela Luqaas 2:7 - WAADAA LAMMATAA7 Achitti ilma hangafaa deette; mana keessuma'aa keessatti huleen bulan waan hin jirreef, daa'ima uffataan martee gongaa keessa raffifte. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Achitti'llee ilma isi'ii ka hangafaa ni deette, subbee ammataatiin'llee ni martteen, bakka bulttii keessummootaa'llee waan hin argatiniif, moonaa hori'ii bakka horiin itti nyaatan gongaa keessa, ni rafifitteen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Achitti ilma hangafaa deette; mana keessumma'aa keessatti huleen bulan waan hin jirreef daa'ima uffataan martee gongaa keessa raffifte. Gade chapit la |