Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 2:4 - WAADAA LAMMATAA

4-5 Yooseefillee akkasuma dhalootaan fiixaa Daawitii waan ta'eef, qachaa Naazireeti ta Galiilaa keessatti argamtu bayee gara qachaa Daawitii ta biyya Yihuudaa Beetaliheemiin dhaqe; inni galmaayu'uuf Maariyaamii qaadhima isaa ta ulfaa woliin achi ol baye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yooseef'llee dhaloota isaatiin fiixaa Daawiitii waan tureef, magaalaa Naazireetii ta biyya Galiila'aa titti argamittuu ka'ee, gara magaalaa Daawiitii ta biyya Yihuda'aa titti argamittuu, gara Bethliheemii ni deeme.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4-5 Yooseef akkasuma dhalootaan fiixaa Daawitii waan ta'eef, qachaa Naazireeti ta Galiilaa keessatti argamtuu bayee gara qachaa Daawitii ta biyya Yihuudaa Beetaliheemiin dhaqe; inni galmaayu'uuf Maariyaamii qaadhima isaa ta ulfaa woliin achi ol baye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 2:4
24 Referans Kwoze  

Akka Kiristoos fiixaa Daawitii keessaa dhalatuu fi akka inni Beeteliheemii qachaa Daawitiitii dhufu kitaabni hin dubbatuu?» jedhan.


Innillee gara biyya itti guddatee gara Naazireetii dhaqee, akkuma aada'aatitti guyyaa Sambataa mana sagada Yihuudotaa seenee kitaaba dubbisu'uuf ka'ee dhaabate.


Raattotaan waan Yesuusii, «Inni ‹Naazireeticha› jedhama» jedhamee ka dubbatame akka raawwatamuuf, gara qachaa Naazireeti jedhamtuu dhaqee achi taa'e.


Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii arganneerra» jedheen.


Uduu inni kana yaada'aaru, Maleekkaan Goofta'aa eebju'uun itti mudhateeti akkana isaan jedhe, «Yooseef Ilma Daawitii, qaadhimamtuun tee Maariyaam Ayyaana Woyyu'uun waan ulfoofteef isii fuudhuu hin sodaatin.


Namoonni martinuu galmaayu'uuf gara qacha'aa deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite