Wongeela Luqaas 2:25 - WAADAA LAMMATAA25 Hennaa san namichi maqaan isaa Simoon jedhamu ka Yeruusaalemiin keessa jiraatu tokkotu jira. Inni nama qajeela'a, ka jiruu ufii Rabbiif kenneeru. Inni nama fayyinna Israa'elii eeggatu; ka Ayyaanni Woyyuun irra jiru ture. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Yeroo sanitti Yerusaalemitti Simoon ka jedhamu nama tokkotu jira ture, inni'llee jireenna isaa Waaqaaf ka kenne nama qulqullaayome ture, fayyinna abddii Israa'eelii'llee ni eeggata ture, Hafuurri Qulqulluun'llee isa irra ni jira ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Hennaa san namichi maqaan isaa Simoon jedhamu ka Yerusaalemiin keessa jiraatu tokkotu jira; Inni nama qajeela'a; ka jiruu ufii Rabbiif kenneeru. Inni nama fayyinna Israa'elii eeggatu ka Ayyaanni Woyyuun irra jiru ture. Gade chapit la |
Isaanillee deebisanii, «Nu ajajaa dhibbaa ka Qorneelewoos jedhamu biraa dhufne; inni qajeela'aa fi nama Rabbiinillee sodaatu ka Yihuudota maraa biratti kabajjama'aa fi ka maqaa mishaa qabu; inni gara mana ufii si waamsisee, waan ati jettu akka dhagayu, maleekkaan woyyuun isatti dubbate» jedhanii deebisaniif.