Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 2:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Guyyaan saddeetaffaan geennaan, hennaan daa'ima gadoomsan gaye, akkuma haati isaa uduu hin ulfaayiniin duratti Maleekkaan maqaa isaa baase san «Yesuus» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Guyyaa saddeetiin duubatti naamusa daai'mnni itti gadoomu irratti, maqaan isaa «Yesus» jedhamee ni waamame. Kun'llee uduma gadaamessaa haadhaa titti hin uumaminiin duranatti, maqaa maleyikkichi isaaf baase.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Guyyaan sadeessoon geennaan hennaan daa'ima gadoomsan gaye, akkuma haati isaa uduu hin ulfaayiniin duratti Maleekkaan maqaa isaa baase san «Yesuus» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 2:21
9 Referans Kwoze  

Daa'ima gadoomsu'uuf guyyaa saddeetaffa'aatitti worri dhufan, daa'ima maqaa abbaa isaa Zakkaariyaasiin itti baasuu fedhan.


Ati hin ulfoofta; ilma dhiiraallee hin deetta; maqaa isaa Yesuus jettaan.


Fakkeennaan akka namaa ta'ee, uf salphisee, haga fannifamee, du'uutittillee hin ajajame.


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


Haga isiin ilma hangafaa deettuutti inni isii bira hin geenne. Maqaa isaallee Yesuus jedheen.


Isiin Ilma dhiiraa deetti; Innillee banii cubbuu irraa hin fayyisa maqaa isaallee Yesuus jettee waamta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite