Wongeela Luqaas 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Galmaayuun namaa kun jalqaba hennaa Qernewos biyya sooriyaatitti bulchaa ture ta'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 Laakkofssi ummataa ka jalqabaa kun'llee yeroo raawwatametti, Qerneewos bulchaa biyya Sooriya'aa ni ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Galmaayuun namaa kun jalqaba hennaa Qernewoos biyya Sooriya'aatitti bulchaa ture ta'e. Gade chapit la |