Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 2:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Worri dhagayan maruu waan tisseen itti himte san maalalfatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Kana'llee ka dhagayan marrinuu waan tissitoonni isaanitti odeessaniin, ni maalaliffatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Worri dhagayan maruu waan tisseen itti himte san hin maalalfatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 2:18
8 Referans Kwoze  

Namoonni maruu maalalfatanii, «Dubbiin akkanaa kun maal? baalli'ii fi hunnaan ayyaanota battii ajaja; isaanillee ajajamanii bayan» jedha'aa woliin qaaqan.


Worri isa dhagayan martinuu beekkomsa isaatii fi deebii inni deebisu maalalan.


Yooseefii fi Maariyaam waan Simoon waan daa'imaatiif dubbate maalalfatan.


Tissoonni hennaa isa argan waan Maleekkaan Rabbii waan daa'ima kanaa isaanitti dubbate odeessan


Maariyaam ammoo waan kana maraa garaa ufiititti yaada'aa eega'aa turte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite