Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 2:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Isaan daddafanii hennaa dhaqan Maariyaamii fi Yooseefiin argan, Daa'imallee moonaa Loonii keessa gongaa horiin okaya keessaa nyaatu keessatti argan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Dadafaan deemanii Maariyaamii fi Yooseefiin ni argatan, daai'mnni'llee bakka itti nyaata hori'ii, gongaa keessa rafee arganiin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Isaan hennaa daddafanii dhaqan Maariyaamii fi Yooseefiin argan, Daa'imallee moonaa loonii keessa gongaa horiin okaya keessaa nyaatu keessatti argan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 2:16
8 Referans Kwoze  

Worri ergamanillee deemanii akkuma inni isaaniin jedhe argan.


Kunillee malkata akka isinii ta'u, Daa'imni uffataan maramee gongaa keessa ka rafeeru argitan» isaaniin jedhe.


Achitti ilma hangafaa deette; mana keessuma'aa keessatti huleen bulan waan hin jirreef, daa'ima uffataan martee gongaa keessa raffifte.


Isaanillee dhaqanii akkuma inni jedhe arganiiti hurbaata Ayyaana Faasika'aa qopheessan.


Maariyaamillee ji'uma san kaatee, gara biyya gaaraa qachaa biyya Yihuudaa ariifattee dhaxxe.


Hennaa Maleekkonni isaan biraa fooyamanii gara sami'ii ol bayan, tissoonni, «Ka'aa mee, gara Beeteliheemii dhandhee, waan ta'e kana, ka Gooftaan nutti hime laallaa!» woliin jedhan.


Tissoonni hennaa isa argan waan Maleekkaan Rabbii waan daa'ima kanaa isaanitti dubbate odeessan


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite