Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 2:13 - WAADAA LAMMATAA

13-14 Maleekkonni sami'ii hedduu Maleekkaa Rabbii san woliin dimmaa mudhatanii, «Samii irratti ulfinni Rabbiif lafa irratti nageenni namoota inni jaalatuuf haa ta'u» jedhanii Rabbiin galatoonfatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Dimmaa'llee maleyikkoonni baayi'een sami'ii maleyikkichaan woliin ni mulidhatan, Waaqa'llee galateeffachu'uun,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Maleekkonni sami'ii hedduu Maleekkaa Rabbii san woliin dimmaa mudhatanii,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 2:13
18 Referans Kwoze  

Achiin maayessa naannaya teessoo busaawotaatiif mangudootaatitti laagaa Maleekkaa hedduu dhagayee, laakkofsi isaanillee shikita hennaa shikitaatiif kuma hennaa kumaatamaati.


Maleekkonni Rabbii maruu, ayyaana worra fayyinna dhaalan kana tajaajilu'uuf ergamanii mii?


Akkasuma cubbamaa aagii galu tokkoof sami'itti maleekkonni Rabbii hin gammadan.»


Ogummaan guddaan Rabbii ka adda addaa amma karaa woldaa amanta'aatiin, worra samii irra jiraniif bulchootaa fi worra baallii qabanitti akka beekkamuuf.


Isaan Ayyaana Woyyuu samii gubba'aa isaanii ergameen namoonni Oduu Nagayaa isinitti himan amma waan isinitti himan kanaan isin tajaajilan malee, akka ufi hin tajaajille isaanii ife. Waan kana Maleekkonninuu arguu hawwa'aa turan.


Kunillee malkata akka isinii ta'u, Daa'imni uffataan maramee gongaa keessa ka rafeeru argitan» isaaniin jedhe.


Dhossaan Rabbiin fakkachu'uu mamii malee gudda'a; «Ka Fooniin mudhate, Ka Ayyaanaan qajeelaa ta'e, Ka Ergamtootatti mudhate, ka banii Yihuudii hin taanee lallabame, Ka biyya lafaa keessatti amaname, Ka ulfinnaan ol baye.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite