Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Yesuus ammoo, «Innillee ilma Abrahaamii waan ta'eef, adha mana kanaaf fayyinni ta'eera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Yesus'llee akkana ni jedhe, «Naminni kun ammoo fiixaa Abrahaamiitii adha fayyinni mana kanaaf ta'ee jira,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Yesuus ammo, «Innillee waan ilma Abrahaamii ta'eef, adha mana kanaaf fayyinni ta'eera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:9
15 Referans Kwoze  

Eegasuu worri amanan martinuu ijoollee Abrahaamii akka ta'an beekaa'a.


Intalti tun Fiixaa Abrahaamii taatee woggaa kudha saddeetiif ta jinniin hidhe guyyaa Sambataatiin hidhaa kana keessaa hiikkamuun isii hin barbaachisuu ree?» jedheen.


Kanaafuu seera calla'aan uduu hin taane, akkasuma ka amantaa Abrahamiitiin ta'e, fiixaa isaa maraaf, dubbiin abdi'ii kun akka raawwatamuuf, amantaan akka badhaadhummaa isaa akka ta'uuf, innillee akkuma abbaa worra Yihuudii hin taanee taata jedhame barrayeen, isa du'aa fi jireenna kennu, ka waan hin jirre akka waan jiruu godhee waamu, Waaqa itti amane afo'otti abbaa nu maraati.


Isin duraan banii isaatii miti, amma ammoo banii Rabbii taataniirtan. Isin duraan worra araara argatee miti, amma ammoo araara argattaniirtan.


Isinillee ka Kiristoosii eega taatan, akkasuma fiixaa Abrahaamii worra dubbii abdi'ii dhaalu.


Abdii Ayyaanaa amanta'aan akka fudhannu eebbi Abrahaamii gara worra Yihuudii hin taanee karaa Yesuus Kiristoosii irraan isaan akka dhaqqabuuf.


Kanaafuu cubbuu irraa deebi'aa'a, waan mishaa hojjadhaa'a, Eegasuu abbaan keenna Abirahaam hin jedhinaa'a, Rabbii dhagaa kanniin keessaa Abirahaamiif ijoollee taasisuu waan danda'uuf.


Ijji tiyya banii maraa afo'otti fayinna ati qopheesite waan argiteef.


Worra maayessaa keessaa worri dura ta'an, worra duraa keessaallee ka maayessa ta'u hin jira».


Innillee laagaa isaa ol qabatee iyyee, ‹Abbaa kiyya Abirahaam naa araarami! Ani amma ibidda kana keessatti gubadhee waan rakkata'aaruuf, akka Ali'aazaar qubaan bisaan tuqee arraba kiyya naa qabbaneessuuf yaboo naa ergi› jedheen.


Achiin maayessa namichi dureessi, ‹Waa, abbaa kiyya Abrahaam, namni tokko du'aa ka'ee uduu dhaqee isaanitti himee ammoo cubbuu ufii irraa hin deebi'an› jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite