Wongeela Luqaas 19:7 - WAADAA LAMMATAA7 Maruu arganii keessummaa nama cubbamaa ta'u'uuf seenee jedhanii guunguman. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Namoonni kana argan marrinuu, «Naminni kun gara mana cubbama'aa afeeramu'uuf ni aseene!» jedhanii, Yesusiin irratti ni guunguman. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Namoonni achi turan kana arganii, «Namichi kun mana nama cubbama'aatitti affeeramu'uuf seenee?» jedhanii guunguman. Gade chapit la |