Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Yesuus haga hulee san gaye, ol jedhee laalee argee, «Zakiwoos, adha mana kee ooluu waan barbaaduuf dafii gadi bu'i» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Yesus'llee gara bakka sanii yeroo gayetti ol jedhee laaleeti Zakkiwoosiin, «Yaa Zakkiwoos! Adha mana kee ooluun narraa malaatii, dadafiitii muka irraa bu'i!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yesuus haga hulee san gaye ol jedhee laalee argee, «Zakkewoos! adha mana kee ooluu waan barbaaduuf dafii gad bu'i» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:5
17 Referans Kwoze  

Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee balbala ufii yoo naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.


Yesuusillee deebisee akkana jedheen, «Ka na jaalatu yoo jiraate dubbii kiyya eega, Abbaan kiyyallee hin jaalataan gara isaallee hin dhufna, isa bira jiraanna.


Yesuus Naatinaa'eel gara isaa hennaa dhufu argee, «Ila nama Isiraa'elii ka dhuga'aa; ka sobni keessa hin jirre» jedhee waan isaa dubbate.


Kiristoosillee amanta'aan garaa keessan keessa akka jiraatu, akka durummaa Ayyaana isaatitti isinii haa keennu.


Ilmi Namaa worra bade soqee fayyisu'uuf dhufeera» jedheen.


Nu isa woliin hojjata'aa, badhaadhummaa Rabbii akkanumaan akka hin fudhanne akkasuma hin kadhanna.


Yesuus waan karaa san irra lufa'aa jiruuf, isa argu'uuf jedhee gara afo'oo fiigee odaa tokko irra kore.


Innillee daddafee bu'ee gammachu'uun isa simate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite