Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:44 - WAADAA LAMMATAA

44 Siif ijoollee tee ta si keessa jiraatan gad darban, dhakaa dhakaa irra jirullee si keessatti hin dhiisan, ati waan bara Rabbi si fayyisu'uuf dhufe hin beenneef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

44 Si'ii fi si keessa'llee worra jiran ijoollee kee'llee, lafa irratti kuffiseenii ni dhabamisiisan, uduu hin diigamin ka hafu dhagama tokko'llee bakkatti si hin dhiisan, kun'llee ka ta'u Waaqinni si itti fayyisu'uuf yeroo itti dhufu, beekuu dhabuu keetiin.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

44 Si'ii fi ijoollee tee ta si keessa jiraatan gad darban; dhagaa dhagaa irra jirullee si keessatti hin dhiisan; ati waan bara Rabbi si fayyisu'uuf dhufe hin beenneef.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:44
19 Referans Kwoze  

«Dhagaan isin argitan kun maruu dhagaan tokko dhagaa tokko irratti uduu hin hafin barri jigu hin dhufa» jedhe.


Worra hujii keessan mishaa arga'aa akka waan hamaa hojjattaniititti maqaa isin balleessan, guyyaa Rabbi banii ufii laalu'uuf dhufu akka Rabbiin kabajjan worra isin hamatan jiddu'utti jireenni keessan mishaa haa ta'uu.


Uduu atumaan waan nagaya adhaaf sii ta'u beettee misha'a! Amma ammoo kun ija kee afo'oo dhokateera.


«Banii ufii gargaaree bilisa waan isaan baaseef, Waandhi Israa'eelii Gooftaan haa eebbifamu.


Achiin maayessa inni, «Isin waan kana maraa hin argitanii mii? isaaniin jedhe, Ani dhugaa isinitti hima, dhakaan tokkochi wol irratti hin hafu; martinuu hin diiggama» isaaniin jedhe.


Waandhi keenna Waaqa araaraatii fi gara-laafessa waan ta'eef, Inni aduun fayyinnaa gubba'aa akka nuu ifu taasisa.


Yesuusillee deebisee, «Ati ijaarsa gugurdaa kana argitaa? kunniin martinuu hin diiggama; tokkochi isaaniillee wol irratti hin hafan» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite