Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Uduu atumaan waan nagaya adhaaf sii ta'u beettee misha'a! Amma ammoo kun ija kee afo'oo dhokateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Akkana'llee ni jedhe, «Ati waan nagaya keetiif si barbaachisu maal adha beekkitee uduu jiraatteetii! Amma garuu wonitti kun ija kee jalaa dhokatee jira,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 «Uduu atummaan waan nagaya adhaaf sii ta'u beettee misha'a! Amma ammo kun ija kee afo'oo dhokateera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:42
35 Referans Kwoze  

«Laagaa jedhu uduu dhageettan diddanii, onnee teessan morkataa hin godhinaa'a!»


Yesuus Kiristoos Gooftaa maraa ta'een nagaya isaa lallaba'aa dubbii kana gara ijoollee Israa'elii erge.


Haata'uu ammo isin keessaa eennullee cubbu'uun sobamu'uun morkataa akka hin taane, «Adhuma» waan guyyaa maraa uduma guyyaan sun hin lufne woliin mari'adhaa'a!


Siif ijoollee tee ta si keessa jiraatan gad darban, dhakaa dhakaa irra jirullee si keessatti hin dhiisan, ati waan bara Rabbi si fayyisu'uuf dhufe hin beenneef.


Phaawuloosii fi Baarnaabaas, «Firrisa dubbii Rabbii ifa baafnee isinitti himuu barbaachisa; Yoo dhiibdan, dubbiin jireenna bara baraa akka isiniif hin taane yoo gootanii fi yoo ufitti murteessitan, nu ammoo gara worra Yihuudota hin taanee deebina.


Kanaafuu akka Ayyaanni woyyuun jedhu, «Adha, laagaa isaa yoo dhageettan,


Yesuusillee hennaa Yeruusaalemitti dhiyaate, qachaa san argee akkana jedhee booyeef.


Hennaan diinonni kee dallawa sitti ijaaranii si marsan waan dhufuuf, karaa maraanuu si dhiphisan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite