Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Yesuus waan karaa san irra lufa'aa jiruuf, isa argu'uuf jedhee gara afo'oo fiigee odaa tokko irra kore.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yesus karaa saniin ni dabrra waan tureef Zakkiwoos'llee isa argu'uuf jedhee, ummataan duranatti durssee fiigeeti, muka harbbu'uu tokko irra ni baye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuus waan karaa san irra lufa'aa jiruuf isa argu'uuf jedhee gara afo'oo fiigee odaa tokko kore.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:4
11 Referans Kwoze  

Sababaa baayi'ina bani'iitiif akkam godhanii akka seensisan dhabnaan mana irra bayanii ginnoo manaa saaqanii wodhakka'aan afoo Yesuusiititti wosaasaa woliin gadi buusan.


Gooftaanillee akkana isaaniin jedhe, «Amantaa diqqoo haga gumaa sanaaficii geettu uduu qabaattanii odaa kanaan, ‹Buqqa'ii gara galaanaatitti darbami› yoo jettan silaa isinii ajajama.»


Innillee Yesuus nama attamii akka ta'e arguu barbaade, Haata'uu ammoo inni nama gabaabaa waan ta'eef, sababaa baayi'ina namootaatiif, Yesuusiin arguu hin dandeenne.


Yesuus haga hulee san gaye, ol jedhee laalee argee, «Zakiwoos, adha mana kee ooluu waan barbaaduuf dafii gadi bu'i» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite