Wongeela Luqaas 19:3 - WAADAA LAMMATAA3 Innillee Yesuus nama attamii akka ta'e arguu barbaade, Haata'uu ammoo inni nama gabaabaa waan ta'eef, sababaa baayi'ina namootaatiif, Yesuusiin arguu hin dandeenne. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Inni'llee Yesus kamiin akka ta'e argu'uuf ni barbaada ture, garuu dheernni hojjaa isaa gabaabaa waan ta'ee fi baay'inna ummataa irraa'llee kan ka'een, isa argu'uuf hin dandeenne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Inni Yesuus nama attamii akka ta'e arguu barbaade, Haa ta'uu ammo nama gabaabaa waan ta'eef, sababaa baay'inna namootaatiif Yesuusiin arguu hin dandeenne. Gade chapit la |
Dubartoonni gariin fagoo dhaabatanii laala'aa turan. Isaan keessaa Maariyaamii Magdalaa, Maariyaamii haadha Yaaqoobii maandhichaatii fi Yoose'ee, Saloomeen faati achi jiran. Isaan hennaa inni Galiilaa jiru isa faanaa deemanii, isa tajaajilan. Dubartoonni biraallee isa woliin gara Yeruusaalemii dhufanii achi jiran.