Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Waan ati nama garaa jabaatu taateef, ati waan namatti hin kennine nama irraa fudhatta. Waan hin facaafne haamattaa hoo'u› jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Kana'llee ka raawwadheef, ati waan hin kaayin ka fudhattu, waan hin facaasin'llee ka wolitti qabattu, nama hamaa ta'uu kee beekee waan si sodaadheef› jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Waan ati nama garaa jabaatu taateef, ati waan namatti hin kennine nama irraa fudhatta. Waan hin facaafne haamattaa hoo'u!› jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:21
16 Referans Kwoze  

Jaalala keessa sodaan hin jiru. Jaalalti guutuun sodaa uf keessaa baasee gata. Sodaa keessa yakki waan jiruuf, nama sodaatu jaalalti isaa guutu'uu miti.


Namni seera maraa eegee, tokko yoo cabse eennullee yoo jiraate maraanuu yakkamaa ta'a.


Rabbi Ayyaana hunnaatii fi ka jaalala, ka uf qabu'uu nuu kenne malee, Ayyaana soda'aa nuu hin kennine.


Isinillee Ayyaana ilmumma'aa ka Aabba Aabbaa jennee ittiin waamnu argattan malee, deebitanii Ayyaana soda'aatii fi garbumma'aa hin arganne.


Waan Foonii yaaduun Rabbiin wol nama dhabsiisa; seera Rabbiitiif waan hin ajajamneef, ajajamuullee dadhabeera.


Ka biraallee dhufee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii tee xaaqa'aan maree si sodaadhee siin eege.


Ati bada, ‹Hojjataa badaa waanuma afaan kee dubbateen sitti murteessa. Ani akka nama badaa uduu hin kennine gaafadhu uduu hin facaasin haamadhu akka ta'e eega beette,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite