Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Namichi duraa dhufee, ‹Goofta'aa! saantibii worqi'ii ta ati natti kenniteen kudhan bu'aa buuse› jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 «Tajajilaan jalqabaa dhiyaatee, ‹yaa Gooftaa! Saantibiin worqqi'ii ka natti kennite kunoo, saantibii worqqi'ii kudhan buufadhee jira› jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Namichi duraa dhufee, ‹Gooftaa'a! saantibii worqi'ii ta ati natti kenniteen kudhan bu'aa buuse› jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:16
8 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo, ani ka badhaadha Rabbiitiin ergame. Badhaadhummaan naa kennamellee duwwaa hin turre; isaan maraa caalaa ammoo natu dadhabe; Haata'uu ammoo badhaadhummaa Rabbii ka na woliin jiru malee, anaa miti.


Namichi sun hojjattoota ufii keessaa nama kudhanii waamee, ‹Haga ani deebi'ee dhufuuf ittiin daldalaa'a› jedhee saantibii worqi'ii kudhan isaanitti kenne.


«Innillee Mootii ta'ee deebi'ee haga dhufeen maayessa hojjattoota saantibii worqi'ii itti kenne sanniiniin daldalatanii bu'aa hagamii akka argatan beeku'uuf waamsise.


Innillee, ‹Ati hojjataa misha'a, waan diqqoo irratti waan amanamteef, qachoota kudhanii irratti baallii siif kenneera› jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite