Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 19:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Uduu isaan kana dhagaya'aaran Yesuus Yeruusaaleemitti waan dhiyaateeruuf, sababa namoonni jeennanni Rabbii ammuma waan gaye waan isaanitti fakkaateef mammaakaan akkana jedhee isaanitti mammaake.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Uduma namoonni kana dhagayu'utti jiran Yesus fakkeenna tokko dabalee isaanitti ni hime, inni gara Yerusaalemii waan dhiyateef namoonni Mootummaan Waaqaa ammumaan tana waan muldhattu, isaanitti fakkaatee ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Uduu isaan kana dhagaya'aaran Yesuus Yerusaalemitti waan dhiyaateeruuf, sababa namoonni jeennanni Rabbii ammuma waan gaye waan isaanitti fakkaateef mammaaka akkana jedhee isaanitti mammaake.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 19:11
4 Referans Kwoze  

Fariisonnillee jeennanni Rabbii yoom dhufti jedhanii hennaa isa gaafatan. Inni deebisee, «Jeennanni Rabbii akka namni eeguun hin dhuftu.


Isaanillee hennaa wolgayan, «Gooftaa kennaa! Ji'a kanatti mootummaa Isiraa'elii hin deebiftaa?» jedhanii gaafatan.


Hennaan inni gara sami'ii ol fudhatamu waan dhiyaateef, gara Yeruusaaleemii deemu'uuf kutatee ka'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite