Wongeela Luqaas 19:1 - WAADAA LAMMATAA1-2 Hennaa Yesuus Iyyaarikoo keessa seenee lufu, namichi Zakiwoos jedhamu bulchaan qaraxxootaa dureessi tokko achi ture. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus gara magaalaa Iyaariko'oo aseenee karaa saniin dabrree, ni deema ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1-2 Hennaa Yesuus Iyyaarikoo keessa seenee lufu, namichi Zakkewoos jedhamu bulchaa qaraxxootaa dureessi tokko achi ture. Gade chapit la |