Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 18:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Isiin guyyaa hedduu isatti deddeebitee, inni ammoo murtee isi'ii kennuu hin barbaanne. Achiin maayessa ammoo inni yaada ufii keessatti, ‹Yoo Rabbiinillee hin sodaanne, namallee hin saalfanne,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Inni'llee murtii uduu isi'ii hin kennin yeroo baayi'ee ni ture, maa'ii garuu akkana jechu'uun ni yaade, ‹yoma Waaqa'llee sodachuu, nama'llee saalfachuu yoo dhabaadhe,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Isiin guyyaa hedduu isatti deddeebitee inni ammo murtee isi'ii kennuu hin barbaanne. Achiin maayessa ammo inni yaada ufii keessatti, ‹Rabbiinillee yoo hin sodaanne, namallee yoo hin saalfanne,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 18:4
8 Referans Kwoze  

Hojjataan sunillee garaa ufii keessatti, ‹Gooftaan kiyya hujii keessaa waan na baasuuf maal naa woyya? Lafa qotu'uuf hunna hin qabu kadhachuullee hin saalfadha.


Inni ‹Midhaan kiyya bakka itti galfadhu dhabeeraa maal godhuu?› jedhee garaa ufii keessatti yaade.


Qachaa takka keessa «Abbaan seeraa ka Rabbiin hin sodaanne, ka namallee hin kabajjine tokkotu jira.


Qachaa san haadha hiyyeessaa takkatu jira. Isiinillee gara isaa dhuftee, ‹Falmii kiyya ka namaan wol himane san naa murteessi› jedha'aa turte.


Abbaan ashaakiltii woyini'ii sun, ‹Ani maal godhuu naa woyyaa? Ilma kiyya ka jaaladhu itti erga; maal laataa isa yoo argan hin kabajjan› jedhe.


Nu abbootii haganarra nu adaban qabna. Isaanillee hin kabajjina. Eeganaa lubbu'uun jiraachu'uuf abbaa keenna ka Ayyaanaatii attamitti kana caalaa hin ajajamne?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite