Wongeela Luqaas 18:3 - WAADAA LAMMATAA3 Qachaa san haadha hiyyeessaa takkatu jira. Isiinillee gara isaa dhuftee, ‹Falmii kiyya ka namaan wol himane san naa murteessi› jedha'aa turte. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Haati hiyyeessaa takka'llee magaalaa san keessa ni jiraatti ture, isiin'llee gara abbaa seeraa dhufa'aa, ‹falmmii mormmataa kiyya woliin qabu'uuf murtii naa kenni!› ni jettiin ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Qachaa san keessa haadha hiyyeessaa takkatu jira. Isiin gara isaa dhuftee, ‹Falmii kiyya ka namaan wol himanne san naa murteessi› jedha'aa turte. Gade chapit la |