Wongeela Luqaas 18:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus uduu hin hifatin hennaa maraa akka faateffatan mammaaka akkana jedhee isaanitti hime. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Kanaan duubatti Yesus uduu hin hifatin yeroo mara kadhachuu akka qaban barsiisu'uuf, fakkeenna kana isaanitti ni hime, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus isaan uduu hin hifanne hennaa maraa akka Rabbiin kadhatan akkana jedhee mammaakaan isaanitti hime. Gade chapit la |