Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Luqaas 17:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Worra didiqqaa kanniin keessaa tokko gufachiisu'uu mannaa dhagaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee galaanatti gatamuu isaa woyya.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Naminni kumi'llee mandhaawwan kanniin keessaa tokko gufachiisuu irra, dhagaan guddaan daakka'aa morma isaa irratti hidhamee, gara garba ciisa'aa titti uduu gatamee isaa woyya ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Worra didiqqaa kanniin keessaa tokko gufachiisu'uu mannaa dhagaan daaku'uu morma isaatitti hidhamee galaanatti gatamuu isaa woyya.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Luqaas 17:2
13 Referans Kwoze  

Yesuus ammallee, «Worra didiqqaa na faanaa deeman kanniin keessaa tokkocha ka gufachiisee mannaa, dhakaan daaku'uu guddaan mormatti hidhamee gara xillaa galaanaatitti gatamuu isaa woyya.


Akkasuma didiqqaa kanniin keessaa tokko akka badu fedhii Abbaa keessan ka Sami'iitii miti.


Yesuus, «Ani isinitti hima, maleekkonni Rabbii ta sami'ii, ta isaan eeddu hennaa maraa fuula Abbaa kiyya ka samii jiruu waan arganiif, daa'imman didiqqaa kanniin keessaa tokkollee akka hin tuffanne uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe. [


Worra dadhaban fayyadu'uuf akka worra dadhaba'aa ta'e. Karaa maraanuu gari garii fayyisu'uuf maraa woliin waan maraanuu akka isaanii ta'e.


Ilmi Namaa akkuma wonti isaa barreeffame hin du'a. Haata'uu ammoo, «Nama Ilma Namaa dabarsee kennu san aanne'e! Namni sun silaa uduu dhalachuu baatee isaa woyya» isaaniin jedhe.


Ani ammo kanniin maraa irraa womaa hin fayyadamne. Akkana akka naaf ta'uuf kana hin barreessu. Eennullee waan ani ittiin boonu duwwaa kana jalaa godhee mannaa du'a naa woyya.


Haga xoroshoo nyaataniin maayessa Yesuus Simoon Pheexroosiin, «Ilma Yoona'aa Simooni, kanniin caalaa na jaalattaa?» jedheen. «Ee, Gooftaa, akka si jaaladhu atuu hin beetta» jedheen. «Ilmoolee tiyya bobbaasi» jedheen.


Haata'uu ammo akka isaanitti gufuu hin taane, gara galaanaa deemiitii siiboo gara galaanaa darbi qurxummii dura qabde afaan isi'ii hennaa bante birrii keessatti argitaa, birrii san fuudhii Naa fi ufiillee kaffali!» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite